VOA Afaan Oromoo
VOA Afaan Oromoo
  • Видео 1 772
  • Просмотров 3 159 701
Atileet Salamoon Bareegaa| VOA Afaan Oromoo
Kanaan dura Medaaliyaa warqii Olompikii kan argate Salamoon Bareegaa dorgommii Olompikii dhufu irratti Itoophiyaa bakka bu’uun atileetota olaanoo sadan keessaa tokko ta’uun filatamera.
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
» Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf: ruclips.net/user/VOAAfaanOromoo
VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII - www.voaafaanoromoo.com
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA - VOAAfaanOromoo
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA...
Просмотров: 622

Видео

Yaa'iin Biyyaalessaa Paartii Rippablikaanota Itti Fufeera
Просмотров 88516 часов назад
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa. » Subskiraayib godhaa: bit.ly/43rqZJa » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: ruclips.net/user/VOAAfaanOromoo VOA Afaan Oromoo hordofaa: » MARSARIITII - www...
Filannoon Ameerikaatti Sadaasa Dhufu Gaggeeffamu Fagoorraa Yommuu Ilaalamu| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 73819 часов назад
Yuunaayitid Isteetisi filannoo pireezidaantii kan bara 2024 taasisuuf kaadhimamtoonni duula na filadhaatti jiru. Kaadhimamaa paartii warra Rippaabilikaanii kan ta’e pireezidaantii duraanii Doonaaldi Tiraampi irratti turban darbe duula na filadhaa osoo taasisaa jiruu yaaliin ajjeechaa irratti raawwatameera. Pireezidaanti Joo Baayideen warra Dimokiraatirraa filannichaa keessaa of baasuun nama bir...
Konveenshinii Kaadhimaa Pirezdaantii Filuuf Godhamu| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 674День назад
Konveenshinoonni kaadhimaan pirezdaantii itti murtahan filannoo Yunaaytid Isteets keessatti jalqabarratti in turre. Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa. » Subskiraayib godhaa: bit.ly/...
Tiraampi waltajjiirraa haasaa wayita dhageessiisaa jiran sagalee dhaga’ame| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 1,5 тыс.День назад
Pireezidaantiin duraanii Doonaald Tiraampi duula na filadhaa kutaa Peenisilveeniyaa , Kaawuntii Baatileer keessaatti waltajjiirraa haasaa wayita dhageessiisaa jiranitti sagaleen wacaa fi rasaasaa kan dhaga’ame. Tiraampi harka isaa mirgaan morma isaa erga qabateen booda ariitiin waltajjii irraa dubbii dhageessisaa ture irraa gadi taa’e. Qaamooleen eegumsaa fi eegdonni isaa ariitiin yommuu waltaj...
OSFNA Bara Kanaarratti Gareen Oromiyaarraa Dhufu Akka Himaatu Himame| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 865День назад
OSFNA Bara Kanaarratti Gareen Oromiyaarraa Dhufu Akka Himaatu Himame| VOA Afaan Oromoo
Ho’i Hamaa Bara Kanaa Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Dha: Ogeessa Fayyaa| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 55814 дней назад
Ho’i Hamaa Bara Kanaa Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Dha: Ogeessa Fayyaa| VOA Afaan Oromoo
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Barattoota Iggitaman Gad-lakkisiise, Jedha| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 1,6 тыс.14 дней назад
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Barattoota Iggitaman Gad-lakkisiise, Jedha| VOA Afaan Oromoo
'Barnoota Baratanii Qoramu, Jireenya Garuu Qoramanii Baru'| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 50414 дней назад
'Barnoota Baratanii Qoramu, Jireenya Garuu Qoramanii Baru'| VOA Afaan Oromoo
Dorgaggoo Doormii Yunivarsitii Keessatti Gurgurtaa Bunaa Eegalee | VOA Afaan Oromoo
Просмотров 57114 дней назад
Dorgaggoo Doormii Yunivarsitii Keessatti Gurgurtaa Bunaa Eegalee | VOA Afaan Oromoo
Gaafiilee Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Kaasaan fi Deebii MM Abiyyi
Просмотров 4,7 тыс.21 день назад
Gaafiilee Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa Kaasaan fi Deebii MM Abiyyi
Niikii Heelii Deggertoota Ripaablikaanotaa Irraa Deggersa Argachuu Itti Fufan| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 55221 день назад
Niikii Heelii Deggertoota Ripaablikaanotaa Irraa Deggersa Argachuu Itti Fufan| VOA Afaan Oromoo
Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa Sadaffaan Sanbata Dabre Geggeessame| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 57021 день назад
Sirni Badhaasa Haacaaluu Hundeessaa Marsaa Sadaffaan Sanbata Dabre Geggeessame| VOA Afaan Oromoo
Tajaajiila Daayaalisisii fi Dhukkuuba Kalee| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 57528 дней назад
Tajaajiila Daayaalisisii fi Dhukkuuba Kalee| VOA Afaan Oromoo
Gaafiilee Dhukkuba Kaleetin Walqabatee Ka'an Irratti Deebii Ogeessa Fayyaa| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 1,1 тыс.Месяц назад
Gaafiilee Dhukkuba Kaleetin Walqabatee Ka'an Irratti Deebii Ogeessa Fayyaa| VOA Afaan Oromoo
Wixineen Seeraa Kan Itiyoophiyaa Falmisiisaa fi Yaaddessaa Ta’uu Xiinxaltoonni Ibsan
Просмотров 2,8 тыс.Месяц назад
Wixineen Seeraa Kan Itiyoophiyaa Falmisiisaa fi Yaaddessaa Ta’uu Xiinxaltoonni Ibsan
Hookkarri Amajjii Ja'aa Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaa Keessatti Qooda Ol Aanaa Qabaata
Просмотров 588Месяц назад
Hookkarri Amajjii Ja'aa Filannoo Prezidaantummaa Bara Kanaa Keessatti Qooda Ol Aanaa Qabaata
Kitaaba Walaloo Haaraa Jechoota Durii fi Afoolarratti Hundaawe
Просмотров 1,3 тыс.Месяц назад
Kitaaba Walaloo Haaraa Jechoota Durii fi Afoolarratti Hundaawe
Oromiyaa, Godinaalee Hedduu Keessatti Namoonni Kumaan Lakkaawaman Dhibee Busaan Qabamuun Himame
Просмотров 557Месяц назад
Oromiyaa, Godinaalee Hedduu Keessatti Namoonni Kumaan Lakkaawaman Dhibee Busaan Qabamuun Himame
Oromiyaa, Godinaalee Hedduu Keessatti Namoonni Kumaan Lakkaawaman Dhibee Busaan Qabamuun Himame
Просмотров 390Месяц назад
Oromiyaa, Godinaalee Hedduu Keessatti Namoonni Kumaan Lakkaawaman Dhibee Busaan Qabamuun Himame
Kaadhimni ‘Third Party’ Maali? | VOA Afaan Oromoo
Просмотров 343Месяц назад
Kaadhimni ‘Third Party’ Maali? | VOA Afaan Oromoo
Hoggantoota Garee G7 | VOA Afaan Oromoo
Просмотров 855Месяц назад
Hoggantoota Garee G7 | VOA Afaan Oromoo
Simee Tufaa: WalooBarreessaa Walaloolee fi Yeedalowwan Sirboota Oromoo Bebbeekamoo
Просмотров 1,1 тыс.Месяц назад
Simee Tufaa: WalooBarreessaa Walaloolee fi Yeedalowwan Sirboota Oromoo Bebbeekamoo
Kutaawwan Red fi Kutaawwaan Cuquliisa
Просмотров 259Месяц назад
Kutaawwan Red fi Kutaawwaan Cuquliisa
Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 206Месяц назад
Atleetonni Keeniyaa Maaraatoonii Ruwaandaatti Geggeeffame Ol Aantummaa Agarsiisan| VOA Afaan Oromoo
| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 613Месяц назад
| VOA Afaan Oromoo
Dhukkubni Sukkaaraa Maal’rraa Dhufa? Akkamitti To’atama?| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 339Месяц назад
Dhukkubni Sukkaaraa Maal’rraa Dhufa? Akkamitti To’atama?| VOA Afaan Oromoo
“Itiyoophiyaa Kessatti Ammaa Booda Mootumman Ce’umsaa Hin Jiraatu,” MM Abiyi| VOA Afaan Oromoo
Просмотров 3,2 тыс.Месяц назад
“Itiyoophiyaa Kessatti Ammaa Booda Mootumman Ce’umsaa Hin Jiraatu,” MM Abiyi| VOA Afaan Oromoo
Meeksikoon Seenaa Waggoota 200 Keessatti Yeroo Duratiif Prezidaantii Dubartii Filatte
Просмотров 696Месяц назад
Meeksikoon Seenaa Waggoota 200 Keessatti Yeroo Duratiif Prezidaantii Dubartii Filatte
Nageenyi Ammas Ijoo Dubbii ti Jedhu Paartilee Siyaasaa Oromiyaa Beeksisan
Просмотров 2,6 тыс.Месяц назад
Nageenyi Ammas Ijoo Dubbii ti Jedhu Paartilee Siyaasaa Oromiyaa Beeksisan

Комментарии